🚨 GADDISA: Diqqoo Jaatanii, intala Booranaa waggaa 13!

 

Oduu na gaddisiisu! 😒 Diqqoo Jaatanii, intalli Oromoo umrii waggaa 13, Moyyaalee keessatti alaabaa Oromiyaa fannisaa osoo jirtuu rasaasaan rukutamtee lubbuun ishee darbeera jedhame. Maatiin ishee reeffa ishee awwaallachuufis rakkoo keessa galan jedhameera.

 

πŸ•ŠοΈ Lubbuun kee haa jannatu, Diqqoo! Maatii fi uummata keetiif jajjabina hawwina.

 

πŸ“’ Dhimmi Moyyaalee dhimma Oromoo Booranaa qofa osoo hin taane, dhimma nageenyaa fi mirga namoomaa ti. Qaamoleen dhimmi ilaallatu dhimmicha qorachuun furmaata waaraa akka kennan gaafanna.

#DiqqooJaatanii #Moyyaalee #OromooBooranaa #Nageenya #MirgaNamoomaa